🇬🇧 The world is changing, and Qolansa is leading the way.
I am currently on an international tour, not just to travel, but to build powerful relationships and secure the future of our business.
Crossing borders means crossing boundaries. We are gathering experiences that will transform our vision into a global legacy. The hustle doesn’t stop! 🌍💼
OGUMMAA DALDALA IDIL-ADDUNYAAA
ddunyaan jijjiiramaa jirti; Qolansaan immoo dura bu’ummaan hoogganaa jira.Yeroo ammaa kana muuxannoo hariiroo daldala idil-addunyaa (International Business Relationship) gabbifachuuf addunyaa irra naanna’aan jira.
Kaayyoon koo imaluu qofa osoo hin taane, hidhata daldala cimaa uumuu fi egeree dhaabbata keenyaa mirkaneessuudha. Daangaa cehuun, danqaa cabsuudha. Muuxannoo nu jijjiiruu fi kaayyoo qolansa sadarkaa ol’aanaan gahu sassaabbachaa jirra! İmalli keenya itti fufa!!💪
የአለም አቀፍ ንግድ ጥበብ
ዓለም እየተቀየረች ነው፤ ቆላንሳ ደግሞ በመሪነት እየተጓዘ ነው።በአሁኑ ሰዓት በአለም አቀፍ የንግድ ግንኙነት ጉዞ ላይ እገኛለሁ።
ዓላማዬ መጓዝ ብቻ ሳይሆን፣ ጠንካራ የንግድ ትስስሮችን መፍጠር እና የድርጅታችንን ቀጣይነት ማረጋገጥ ነው። ድንበሮችን ማቋረጥ ማለት ገደቦችን መስበር ነው።
ራዕያችንን ወደ ላቀ ደረጃ የሚያሸጋግር ተሞክሮ እየሰበሰብን ነው። ጉዞው ይቀጥላል! 🏛️🤝
“We Fly Above Ze Sky” – ገና ከሰማይ በላይ ከፍ ብለን እንበራለን። ልክ እንደ ንስር – በወጣቱ ሥራ ፈጣሪ እና ባለሀብት “ወርቃማው ንስር” አባ ጨብሳ አራርሳ ጋዎሌ የሰከነ አመራር ሰጪነት!!! 💚💛❤👌✌️👍🙏




